Afaan Oromoo Baradhaa 1.3

Licencji: Wolna ‎Rozmiar pliku: 2.62 MB
‎Ocena użytkowników: 2.5/5 - ‎1 ‎Głosów

Jest to aplikacja mobilna służąca do nauczania, jak każdy przez świat może czytać, pisać i mówić Afan Oromo w sposób gramatyczny. Tak, że ta aplikacja odgrywa swoją wielką rolę w rozwoju Języka Afan Oromo.

Afaan Oromoo Mobile Appilikeeshiiniin kan hojjatameef Ummatni Oromoo Hundi Addunyaa guutuu irra jiran Bakka Jiranitti Seerluga Afaan isaanii sirri hubachiisuun, Namni kamuu waan fedhe seeraan barreessuu, dubbisuu fi dubbachuu akka danda'u ni taasisa Jedhameeti.

Kanaafuu hundi keenya Afaan Kenia sirritti Beekuun Dirqama, Sababnisaa: AFAAN MALLATTOO DHA!

historia wersji

  • Wersja 1.3 opublikowany na 2016-06-17
    Appilikeeshiina kana keessatti Barreeffamni hedduun sirrateera, qabiyyeen tokko tokkos itti dabalameera, barreeffamni tokko tokko tokkoo hanga cinaa kaanii gahuun hin muldhannes keessatti sisiqanii barreeffamaniiru, akka hubannoof tolutti tarreeffameera.

Szczegóły programu